Fayyaa ofii hordofachuun nama jaallataniif eeggannoo gochuu dha kutaa 2fa

Health check

Source: Getty / Getty Images

Get the SBS Audio app

Other ways to listen

reast Screen Victorian Tajaajila tolaa kan canserii harmaa mul’isu laalamaa harmaa ykn (breast screen) dubartoota umriin isaanii shantamaa haga torbaatamii afurii gahaniif kennanii dha. Kunis screen ykn laalama daqiiqaa kudhanii wagga lama lamaan fudhachuu kan danda’amu yeroo tahu, laalamuuf mallattoo wayituu qabaachuu isin hin feedhisisu.



Share