Hawaasa keenya keessaa Afaan Oromoo SBS irratti eegaluu irraa maal jedhu?

Oromo community leaders.jpg

bitaa irraa J/ Bultum Biyyoo J/ Dhaabasaa Waaqjiraa J/ Aliyyee Galatoo Credit: J/Bultum Biyyoo J/Dhaabasaa Waaqjiraa J/Aliyyee Galatoo

Get the SBS Audio app

Other ways to listen

Afaan Oromoo SBS irratti Adoolessa 2023 eegale. Keessummootni dubbifne miira itti dhagahame dubbatu. Oduu gammachiisaa dha, hawaasni keenyas jabaatee yaadaan deggeruu qaba jechu.



Share