Dhukkuba bakka oolmaa daa’immanii to’achuu: gorsa godaantota haaraa fi warra jalqaba ijoollee godhataniif

Australia Explained Childcare sicknesses

Early childhood edukesen hemi wan must long Ostrelea from hemi kivim ol parents taem blong go bak long wok. Credit: Hispanolistic/Getty Images

Get the SBS Audio app

Other ways to listen

Ijoollee xiqqummaatti bakka oolmaa daa’immanii geessuuf murteeffachuun daa’imaafis tahe dalagaa warraaf bu’a qabeessa. Haa tahu malee, maatii keessattuu godaantota haaraa dhufanii fi warra jalqaba ijoollee godhatan rakkisuu mala. Rakkoolee dhufuu malan akka irra aanaan maatii isaanii goqpheessuuf godaantotni haaraan tarkaanfilee akkamii fudhachuu qabu? gara olitti caqasaa.


Hubannoo
  • Daa’’immanii fi kurkurtootoota xiqqummaa isaaniittii oolmaa daa’immanii erguun warri hojiitti akka deebi’an isaan gargaara.
  • Warri jalqaba ijoollee godhatanii fi godaantotni haaraan oolmaa daa’immaniitti yeroo ijoolleen dhukubsattu baayyee rakkatu.
  • Godaantotni haaraan gargaarsa maallaqaa centerlink irraa waan hin argatneef baasii guutuu kafalu.
  • ijoollota dhukkubsatan oolmaa daa’immanii irraa hambisuun ijoollota kaaniif eegumsaa taasisamu gaafatamummaa bakkichi qabu irratti hundaawee ti.

Australia Explained Childcare sicknesses
Doctors often recommend that most infections will subside without specific medical treatment.  Credit: The Good Brigade/Getty Images

The home is a very safe environment where the child is only exposed to a couple of adults. But in early childhood settings, children are exposed to many other children and adults. It’s very normal for them to get some kind of illness.
Jyoti Sandhu

Australia Explained Childcare sicknesses
New migrants often face extra challenges when their child becomes ill, due to lack of support network. Credit: MoMo Productions/Getty Images


Share