Gaaffii fi Deebii C. Ying waliin Qophii Magaalaa Dandenong

Get the SBS Audio app

Other ways to listen

Guyyaa gaafa Fulbaana 23 , 2023 sa'a 12 irraa eegalee, qophii walitti dhufeenya hawaasaatu jira. Guyyaa kana hawaasni adda addaa aadaa ofii fi wallee aadaa garagaraa agarsiisu. Oromoon warra qooda fudhatan keessaa tokko. Dhimma kana irraatti warra qophii kana qopheessan dubbifne olitti caqasaa.



Share