Irreechi Eenyummaa keenya jedhu obbo Daanyee Dafarshaa

Suuraa Irreecha irratti fudhatame 2023

Oenkololeessa 1, 2023 guyyaa irreecha Melbourne irratti suuraa ka’ame. Credit: Yadataa Lamuu

Get the SBS Audio app

Other ways to listen

Irreechi wagga waggaan ummata Oromoon kabajama. Biyya keessaa yeroo dhihootti kabajuuf qophii irra yeroo jiran Australia magaalaa Melbournitti Onkololeessa 1 bara 2023 Wilson Botanic Park Berwick bakka jedhmutti kabajamee oole. Irreechi eenyummaa dha, nagaa fi jaalala jedhu hirmaattotni irreecha irratti yaada kennaniin.


Key Points
  • Lammiin Oromoo irreecha wagga waggaan kabaja. Irreechi eenyummaa, nagaa fi jaalala jedhu hirmaattotni
Adde Iftuu Laayeessaa Kabaja guyyaa Irreechaa irratti sirna buna Oromoon itti danfifatu mul'ifte.
Guyyaa Ireechaa Melbourne Australia Onk 1, 2023 Credit: Yaadataa Lamuu
Irreechaa 2023, irraa dargaggoo fi shamarran qooda guddaa fudhatan.
irreechi bara kanaa Melbourne Australia keessatti Onkololeessa 1, 2023 kabajame haala ho'aan kan kabajame ture.
Irreecha bara 2023 Melbourne
Irreecha Melbourne 2023 Credit: Yaadataa Lamuu
Irreecha Melbourne 2023
Irreecha Melbourne Credit: Liya Alisha
Photo Irreechaa1.jpg
Credit: Aliyee Galatoo

Share